Xinxalaan siyaasaa Jawaar Mohaammad ammallee miseensa Kongirasii Federaalawaa Oromoo (KFO) ta'uu BBC'f dubbate. Hogganaan paartii mormituu wagga kudhan dura mormii ummataa bulchiinsa MM Abiy Ahimad ...