All
Search
Images
Videos
Shorts
Maps
News
More
Shopping
Flights
Travel
Notebook
Report an inappropriate content
Please select one of the options below.
Not Relevant
Offensive
Adult
Child Sexual Abuse
Length
All
Short (less than 5 minutes)
Medium (5-20 minutes)
Long (more than 20 minutes)
Date
All
Past 24 hours
Past week
Past month
Past year
Resolution
All
Lower than 360p
360p or higher
480p or higher
720p or higher
1080p or higher
Source
All
Dailymotion
Vimeo
Metacafe
Hulu
VEVO
Myspace
MTV
CBS
Fox
CNN
MSN
Price
All
Free
Paid
Clear filters
SafeSearch:
Moderate
Strict
Moderate (default)
Off
Filter
5:23
Caasaan mootummaa naannoo Oromiyaa daangaa Oromiyaa humnoota mootummaa naannoo Somaaleen weeraramaa jiru dubbii walitti bu'iinsa dheeddaa fi bishaan irratti uumame fakkeessee dhiheessuun dhimma saalfachiisaadha jedhan jiraattonni godina Harargee Bahaa aanaa Cinaaksan. Kan daangaa Oromiyaa cabsee seenee uummata irratti haleellaa raawwataaa jiru humna addaa mootummaan naannoo Somaalee bobbaase dha, humni kun akkamiin dheeddaa fi bishaan waliin walqabataa jedhanii gaafatu jiraattonni. Caasaan mootu
4.1K views
4 months ago
Facebook
Odaa Roobaa
1:25
Faaruu Mootummaa Naannoo Oromiyaa | OBN Afaan Oromoo
6.5K views
Feb 9, 2025
Facebook
OBN Afaan Oromoo
7:46
Pireezidaantiin mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Simallis Abdiisaa guyyaa kaleessaa Onkoloolessa 10 , bara 2024 fuula miidiyaa hawwaasaa isaanii rratti barreeffama mata duree “mootummaan harka nagaaf diriirse har’as hin dachaasu” jedhuun maxxansaniin mootummaan isaanii qaama WBO gidduu galeessaa jechuun of waamu fedhii nagaaf agarsiise kan jajjabeessu fi haala dandeessisoo milkaa’ina marii kanaaf barbaachisan hunda uumuun, garaagarummaa jiru karaa nagaahiikuuf qophii ta’uu isaa maqaa kiyyaa fi mo
39.4K views
Oct 11, 2024
Facebook
VOA Afaan Oromoo
11:25
Mootummaan Naannoo Oromiyaa "'Qondaaltota WBO' waliin waliigaltee goone" jedhe Mootummaan Naannoo Oromiyaa "Qondaaltota Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) waliin waliigalteen araaraa mallatteessine" jedhe. Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa ibsa har'a baaseen, waldhabdeen Oromiyaa keessaa karaa nagaa akka furamuuf mootummaan nuffi tokko malee walitti fufiinsaan waamicha nagaa taasisaa turuu eereera. Haaluma kanaan,"waligalteen araaraa gama Mootummaa Naannoo Oromiyaa Pirezedaantii Mootummaa naannoo Or
34 views
Dec 2, 2024
Facebook
Odaa Roobaa
1:31
Mootummaan naannoo Oromiyaa birmadummaa naannoo Oromiyaa eeguu dhabuun dhimma akkaan yaaddessaa ta'uu kutaaleen hawaasaa garaagaraa naannawaa daangaa jiraatan himan. Kutaaleen hawaasaa godinaalee Booranaa, Baalee, Harargee, Shawaa Bahaa, Shawaa Kaabaa, Horroo Guduruu Wallaggaa fi Wallagga Bahaa naannawaa daangaa jiraatan OMN'f yaada isaanii kennan, haleellaa hidhattoota daangaa cehanii dhufaniin qe'een isaanii irra deddeebiin manca'uu himan. Hidhattoonni kunneen meeshaa waraanaa garmalee hidhata
29.5K views
9 months ago
Facebook
Odaa Roobaa
5:57
WBO fi Mootummaan Hiriira Waamicha Nagaa Godinaalee Oromiyaa Keessatti Geggeessamuuf Mata Mataan Deebii Kennan Tsehaay Daamxoo Naannoo Oromiyaa godinaalee fi aanaalee garaa garaatti hiriirri waamicha nagaa gaggeeffamaa ture har’as itti fufee jira. Hiriira waamicha nagaa kana ilaalchisuun Mootummaan naannoo Oromiyaa har’a fuula feesbuukii biiroo Kominikeeshinii mootummaa naannichaan ibsa baaseen waamicha hiriirtotaa akka simatu beeksisee jira. Gama WBOtiin hiriirri waamicha nagaa kun kaka’umsa um
33 views
Nov 15, 2024
Facebook
Odaa Roobaa
8:51
Ibsa WBO fi mootummaa waan jedhaan akeekkachiisaa Jaal marroo fi mummee Abiy | Moha Oromo | Moha Oromo
3.5K views
Aug 30, 2024
Facebook
Moha Oromo
9:22
Addi bilisummaa Oromoo fi Kongireesiin Federaalawaa Oromoo ibsa waliin tibba kana baasaniin rakkoo siyaasaa fi nageenyaa Uummanni Oromoo keesatti argamuuf yaada furmaata ta’a jechuun, mootummaa ce’umsaa Oromiyaa hundeessuun barbaachisaa akka ta’e ibsaniiru. Gama biraan, Waraanni bilisummaa Oromoo (WBO)n yaadicha mormuun ibsa baaseera. Dubbi-himaan Mootummaa Nannoo Oromiyaas yaadicha irratti ilaalcha gama isaanii kennanii jiru. Dhaabonni ka biroon ibsa paartiilee lameenii ilaalchisuun ibsa baasan
14.9K views
Feb 26, 2025
Facebook
VOA Afaan Oromoo
5:30
Naannoo Oromiyaa godina Shawaa Kaabaa aanaa Dagam fi aanaa Warra Jaarsootti lola WBO fi qaamolee nageenyaa mootummaa gidduutti torban darbee eegalee taasisama jiruun lammiileen nagaa 12 lubbuun darbeera jechuun jiraattonni aanichaa Sagalee Ameerikaaf himaniiru. | VOA Afaan Oromoo
4.3K views
Nov 2, 2023
Facebook
VOA Afaan Oromoo
4:24
Miseensonni mana Maree Bakka Bu'oota Ummata Itoophiyaa kan naannoo Oromiyaa godinaalee garaa garaa irraa filataman mariin mootummaa fi WBO gidduutti gaggeeffame ummataaf ifa ta'uu qaba jechuun gaafataniiru. | VOA Afaan Oromoo
68.6K views
Nov 24, 2023
Facebook
VOA Afaan Oromoo
3:17
Naannoo Oromiyaa keessatti bakkeewwan hawwata turizimiif oolan hedduutu argama. Iddoowwan hawwata turizimii kunneen yeroo misoomuun gara hojiitti galanitti madaala uumamaa eeguu bira darbanii hawaasa naannoo sanaaf madda galii ta'uun dinagdee biyyaa guddisuu keessatti gumaacha olaanaa qabu. Mootummaan Naannoo Oromiyaas kanuma bu'uura godhachuun qabeenya naannichi qabu hojiirra oolchuun gaaffii misoomaa deebisuu fi fayyadamummaa uummataa mirkaneessuuf akkasumas dinagdee biyyaa utubuuf dameewwan d
33.4K views
Sep 17, 2023
Facebook
Oromia Communication Bureau
4:04
Lola waraana mootummaa fi Hidhattoota Waraana Bilisummaa Oromoo gidduutti Onkoloolessa 3, 2016, naannoo Oromiyaa godina Shawaa Kaabaa, Aanaa Warra Jaarsoo, Magaalaa Tulluu Milkii keessatti gaggeeffameen namoonni nagaan ajjeefaman, jechuun jiraattonni Sagalee Ameerikaaf himaniiru. Akka jiraattonni Aanaa Warra Jaarsoo Tulluu Milkii jedhanitti, sanbata darbe guyyaa gabaa guddaa aanichatti Onkololeessa 3 ammoo ayyaana irreechaaTulluu Milkii waan ta'eef, yerroo lolli sun geggeessamu namoonni hedduun
4.6K views
Oct 18, 2023
Facebook
VOA Afaan Oromoo
32:01
Imala marii nagaa Marroo Dirribaa: Wallaggaa ka'ee hanga Wallaggaatti deebi'utti- Gaaffii fi deebii guutuu dhaggeeffadhaa. - Marii Taanzaaniyaa maaliif milkii dhabe? -Gaaffii aangoo fi mootummaa akka hundaa'uuf gaafatame -Adeemsa Marroo Dirribaa dirree waraanaatii baasuun dirree waraanaatti deebisuu irratti waan mudate Gorsaa Olaanaa ABO-WBO, Obbo Jireenyaa Guddataa waliin.. 👉👉 https://bbc.in/49BH56g | BBC News Afaan Oromoo
19.5K views
Mar 1, 2024
Facebook
BBC News Afaan Oromoo
4:12
Mariin nagaa mootummaa Itiyoophiyaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo gidduutti taasifamaa jiru kan itti fufu ta’uu Mootummaan Biyyaalessaa Naannoo Oromiyaa beeksise. | VOA Afaan Oromoo
121.4K views
May 9, 2023
Facebook
VOA Afaan Oromoo
5:14
Mariin waldhabdee karaa nagaatiin hiikuu mootummaa Itiyoophiyaa fi WBO gidduutti jalqabamee akka itti fufu KFO waamichaa dhiheesse. Ibsa partichii kennee irratti, hoggannan partichaa Profeeseer Mararaa Guddinaa akka mariichii milkaa’u hawaasinii adduunyaa fi qamawwan dhimmichi ilaaallatu akka deggersa taasisan gaafataniiru. | VOA Afaan Oromoo
122K views
May 8, 2023
Facebook
VOA Afaan Oromoo
5:18
Naannoo Oromiyaa, godinaa Wallaggaa Lixaa aanaa Qondaalaa fi Beeggii keessatti Walitti bu’insa humnoota nageenya mootummaa fi WBO gidduutti fufee jiruun lammiileen nagaa miidhamaa jiru jedhan jiraattonni. Jiraattonni aanaa Qondaalaa fi Beeggii akka bilbilaan Sagalee Ameerikaatti himanitti humnoonni nageenya mootummaa osoo waa’ee namaa hin qulqulleeffatiin namuma arganirratti tarkaanfii fudhatu jechuun ibsaniiru. Bulchaan aanaa qondaalaa obbo Daani’el Jiraa gama isaaniin humnoonni nageenya mootum
3.8K views
Jun 6, 2024
Facebook
VOA Afaan Oromoo
7:53
Mootummaan naannoo Oromiyaa ibsa har’a miidiyaaleef kenneen hidhattoota Oromiyaa keessa socho’am mootummaan Itiyoophiyaa “shanee” jedhee waamu, kan Waraana Bilisummaa Oromoo ofiin jedhan irratti tarkaanfii fudhachuun dadhabsiisuu dubbatee jira. Hoogganaan biiroo koomunikeesiinii Oromiyaa Hayiluu Addunyaa ibsa kennaniin “gareen kun barbada’eera. Garii ajjeesamanii, kaan booji’amaniiru,” jedhanii, mootummaan garee kana waliin marii nageenyaa gaggeessuuf qophii akka hin ta’iin dubbatan. Dubbbi-hima
104.2K views
Jul 27, 2022
Facebook
VOA Afaan Oromoo
1:29
🔷Naannoo Oromiyaa godina Walagga bahaa aanaa Gudayyaa biilaa bakka Ifa biyyaa jedhamu keessatti guyyaa har’aa ganama naannoo sa’a lamaa balaa konkolaataa mudateen lubbuun namoota 43 daruu fi kanneen 42 ta’an miidhaan cimaa fi salphaan irra ga’uu bulchaan aanaa Gudayyaa Biilaa ibsaniiru. 🔷Nama siyaasaa kan ta’an obbo Lidetuu Ayyaalew daandiin balalii Itiyoopiyaa balalii isaa irra koruuf tole hin jedhin waan hafeef Itiyoopiyaatti deebi’uu dadhabuu isaanii VOAf ibsaniiru. | VOA Afaan Oromoo
60.6K views
Feb 11, 2025
Facebook
VOA Afaan Oromoo
1:32
Mootummaan Naannoo #Oromiyaa tarkaanfii gareewwan hidhatan irratti fudhatu akka itti fufu ibse Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaa yaa’ii idilee Caffee Oromiyaa gaggeeffamaa jiru irratti haasawa taasisaniin, mootummaan “warra karaa nagaadhaan galuu barbaadan simaachuuf” qophii ta’uu dubbatan. Walitti bu’iinsa humnoota mootummaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo (#WBO) gidduu waggoota jahaa lakkoofsise furuuf marii marsaa lamaan Taanzaaniyaatti gaggeeffame milkii malee xumuram
3.1K views
Jul 22, 2024
Facebook
Addis Standard Afaan Oromoo
3:18
Naannoo Oromiyaa Godinaa Wallagga Lixaa keessa jiran adda bakkawwan jiran adda ddaa keessatti lola Jimaata darbee jalqabee humnoottan mootummaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo giduutti taasifaamaa jiruun walqabatee namoottan nagaan ajjeefamuu isaanii jiraattonni ibsaanii jiru. | VOA Afaan Oromoo
4.1K views
Feb 14, 2024
Facebook
VOA Afaan Oromoo
3:37
Marii Araaraa Mootummaa fii WBO | Oromia Media Oromo
50.2K views
Nov 10, 2023
Facebook
Oromia Media Oromo
5:28
Naannoo Oromiyaa godina wallagaa lixaa aanaalee adda addaa keessatti waldhabdeen humnoota mootummaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo gidduutti deemaa jiru daraan cime itti fufee jiraachuu jiraattonni Sagalee Ameerikaaf bilbilaan himan. Bulchaan Aanaa qondalaa Obbo Daani’el Jiraa humnoonni mootummaa lammiilee nagaa irratti tarkaanfii hin fudhanne jechuun himannaa kana halaaniiru. | VOA Afaan Oromoo
8.2K views
Oct 22, 2024
Facebook
VOA Afaan Oromoo
28:52
Kongiresii Federaalawaa Oromoo KFO'n Naannoo Oromiyaa keessatti waraanni ija addunyaa jalaa dhokate gaggeeffamaa jira jechuun ibse. Haleellaan lammiillee nagaa irratti humnoota nageenyaa mootummaan gaggeffamera jechuuniller ibsee jira. Rakkoon Oromiyaa keessaa gama nagaan furamuu qaba jechuunillee gaafateera, KFO'n. Ibsa KFO kana irratti qaama Mootummaa irraa hanga ammaatti wanti jedhame hin jiru. | VOA Afaan Oromoo
44.7K views
May 12, 2022
Facebook
VOA Afaan Oromoo
3:39
Naannoo Oromiyaa godina Wallagga Lixaa aanaa qondaalaa ganda shuraa liqiixii keessatti sababa wal waraansa humnoota nageenya mootummaa fi WBO gidduutti guraandhala 27 bara 2016 gaggeeffame namoonni nagaan miidhamaniiru jedhan jiraattoonni aanichaa. Jiraattonni aanichaa nageenya isaaniif akka sodaatan himuun maqaan isaanii akka hin waamamne gaafatan “Gandoota aanaa Qondaalaa keessatti hanga har'aatti waraanni itti fufeera” jechuun sagalee Ameerikaaf himan. | VOA Afaan Oromoo
3.3K views
Mar 8, 2024
Facebook
VOA Afaan Oromoo
6:13
Mariin araaraa mootummaa fi ABO-WBO kutaannoo dhabuu mootummaqn gufachuu hayyoonni himan. Yaa'ii Caffee Oromiyaa tibbana taasifame irratti immoo pirezidaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa haasaa miseensota caffeef taasisaniin ABO-WBO'n marii araaraa diduu ibsuun, tarkaanfii fudhachuu cimsinee itti fufna jedhan. Itoophiyaatti Ambaasaddarri Amerikaa Ervin Masiingaa immoo kanaan dura ifaajjee ABO-WBO'n nagaa buusuuf taasise jajjabeessuun ammallee abdii kutachuu akka hin qabne
50 views
Jul 23, 2024
Facebook
Odaa Roobaa
6:41
Mariin Nageenyaa Mootummaa Itiyoophiyaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo gidduutti Tanzaaniyaatti torban tokkoof eega geggeessamaa turee booda xumuramuu isaa, qaamonni lameen ibsa har’a mata mataatti baasaniin beeksisanii jiran. Dhimma kana irratti Waahilli keenya Mitikkuu Fiqaaduu qorataa dhimma hiikkaa wal-dhabinsaa Obbo Dastaa Alamayyoo Itiyoophiyaarraa, akkasumas hayyuu falaasama siyaasaa Doktor Alamaayyoo Birruu As Ameerikaarraa dubbisee jira. Gara sanatti haa dabarru. | VOA Afaan Oromoo
184.3K views
May 3, 2023
Facebook
VOA Afaan Oromoo
9:20
Walii galtee nageenyaa Mootummaa Naannoo Oromiyaafi waraana Bilisummaa Oromoo giduutti mallattaa’e hordofuun miseensonni WBO karaa nagaan galaa jiru. Ummannis gammachuusaa kallattiiwwan garaa garaatiin ibsaa jira. | OBN Afaan Oromoo
18.7K views
Dec 3, 2024
Facebook
OBN Afaan Oromoo
3:51
Walwaraansi wbo fi mootummaa itoophyaa jiddutti tibbana Aanota 50 ol keessaatti adeemsifamaa turuu maddeen himan | Odaa Roobaa
49.7K views
May 1, 2025
Facebook
Odaa Roobaa
6:00
Waraanni bilisummaa oromoo (WBO) duula elemoo qilxuuttin kibbaatti oromiyaa mootummaa itoophiyaattin Lola jiru aanota godina gujji to'atee jira jechuun ajajaan waraana bilisummaa oromoo cibraa Laga dambii obboloo waaqoo OMN itti hime jira | Odaa Roobaa
19.7K views
Aug 19, 2021
Facebook
Odaa Roobaa
3:46
Naannoo Oromiyaa godina Shawaa kaabaa aanaa Yaayyaa Gullallee magaalaa Fittaalii keessatti sababa wal waraansa humnoota nageenya mootummaa fi WBO gidduutti guraandhala 22 bara 2016 gaggeeffameen namoonni nagaan miidhamaniiru, jedhu jiraattoonni aanichaa. | VOA Afaan Oromoo
1.9K views
Mar 7, 2024
Facebook
VOA Afaan Oromoo
See more
More like this
Feedback